1/7
Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 0
Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 1
Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 2
Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 3
Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 4
Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 5
Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 6
Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro Icon

Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

Curious Learning
Trustable Ranking IconDe Confiança
1K+Transferências
45MBTamanho
Android Version Icon4.1.x+
Versão Android
103(10-10-2020)Última versão
-
(0 Avaliações)
Age ratingPEGI-3
Descarregar
DetalhesAvaliaçõesVersõesInfo
1/7

Descrição de Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

Bulguu Nyaachisii'n bu'uroota dubbisuu ijoollee barsiisa. Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan Qubee fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu!


Ijoolleen Qubee addaan baafachuu Baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu. Tapha kana taphachuun, ijoolleen barnootaan cimoo tahu, akkasumas jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii tahu. Ijoolleen keessan akka baratanii fi milkaawan barbaanna!


Bulgicha Nyaachisii'n 100% Bilisa. Takka fe'amnaan, Intarneetni pecado barbaachisu! Dhaabbiilee barnootaa bu'aa-Malee CET, Apps Factory, fi Curious hojjatame jedhamaniin Learning.


Iccitummaa:


Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii - Bulgicha Nyaachisi

Barnoota Xiinxallii akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu danda'an dandeessisuuf hojjanne. Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu ni hubanna. Fuulli kun odeeffannoo akkam akka sassaabnu, akkamitti akka fayyadamnu, fi tiikfama ISAA akkatti eegsifnu SIIF IBAS.

HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO AKKAM SASSAABU?

Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa maal akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna, fi iddoo hujumaanni keenna Itti fayyadamamu baruuf iddoo ati jirtu ni barra. Odeeffannoo dhuunfaa kan sii fi ilma kee rakkoof saaxilu kan akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu.

BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA?

Daataa hujumaata keessaa hujumaata keenya fooyyessuu fi iddoo hujumaanni keenya Itti fayyadamamu baruuf sassaabna. Fakkeenyonni akkaataa Itti daataa kee fayyadamnu hangi Tokko isaan asii gadiiti:


Qo'attoota akkaataa hujumaata barnootaaf Itti fooyyeffamu qo'ataniif ni hirra. Bu'aan qo'annoo kanaa barsiisotaa fi qo'attootaaf gama konfaransootaa fi maxxansamaan ni raabsama.

Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf ni sakattaana, fakkeenyaaf, hujumaata keessaa Tapha kamtu Irra taphatamaa baruuf.

BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA?

Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo sassaaban tahan him.

Akkaataa Itti Itti fayyadamnu sarvaroota keenyarra keenya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu.

Qo'attoonni kun daataa kanneen argachuuf walii-Galtee gamtummaa kan poolisii Itti-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa dataa Barnoota Xiinxallii wajjiin mallatteessuu qabu.

QUUNNAMTII

Gaaffii, dhimmama, yk yaada poolisii iccitummaa kanarratti Yoo qabaatte, maaloo info@curiouslearning.org irratti nu quunnami.


-----


Alimentar o monstro ensina as crianças os fundamentos da leitura em Oromo. Coleta de ovos de monstro e alimentá-los cartas para que eles possam crescer em novos amigos!

 

O QUE É alimentar o monstro?

Alimentar o monstro usa comprovada ‘jogar para aprender’ técnicas para envolver as crianças e ajudá-los a aprender a ler. As crianças gostam de recolher e crescente monstros de estimação ao mesmo tempo aprender os fundamentos de leitura.

 

Grátis para download, sem anúncios, sem nas compras app!

Todo o conteúdo é 100% gratuito, criado por entidades sem fins lucrativos de alfabetização de Aprendizagem Curioso, CET e Aplicativos de fábrica.

 

Jogo apresenta PARA PROMOVER habilidades de leitura:

• puzzles Divertido e envolvente fonética

• rastreamento Carta jogos para ajudar leitura e escrita

• jogos de memória Vocabulário

• Desafiando “som apenas” níveis

• relatório de progresso Parental

• Multi-usuários entrar para o progresso do usuário individual.

• coleccionáveis, evoluíveis e monstros divertidos

• Projetado para promover as competências sócio-emocionais

• Não há compras no aplicativo

• Não existem anúncios

• Sem ligação à Internet necessária

 

Desenvolvido por especialistas para o seu filho.

O jogo é baseado em anos de pesquisa e experiência na ciência da alfabetização. Ele incorpora competências-chave para a alfabetização, incluindo a consciência fonológica, Carta de Reconhecimento, Phonics, vocabulário e Sight Word Reading para que as crianças podem desenvolver uma base sólida para a leitura. Construído em torno do conceito de cuidar de uma coleção de monstros, ele é projetado para encorajar a empatia, perseverança e desenvolvimento sócio-emocional para as crianças.

Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro - Versão 103

(10-10-2020)
Outras versões
NovidadesFamilies policy update.

Ainda não há avaliações ou classificações! Para deixares a primeira, por favor

-
0 Reviews
5
4
3
2
1

Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro - Informação APK

Versão APK: 103Pacote: com.eduapp4syria.feedthemonsterOromo
Compatibilidade com Android: 4.1.x+ (Jelly Bean)
Programador:Curious LearningPolítica de Privacidade:http://www.curiouslearning.org/ftm-privacy-policyPermissões:5
Nome: Bulgicha Nyaachisi! (Afaan OroTamanho: 45 MBTransferências: 1Versão : 103Data de lançamento: 2024-05-20 11:53:54Ecrã mínimo: SMALLCPU Suportado:
ID do Pacote: com.eduapp4syria.feedthemonsterOromoAssinatura SHA1: 21:2C:97:25:52:8D:70:BF:93:53:99:FC:75:A6:04:87:B3:CB:6C:D3Programador (CN): Eric TondreauOrganização (O): Curious LearningLocalização (L): CambridgePaís (C): USEstado/Cidade (ST): MAID do Pacote: com.eduapp4syria.feedthemonsterOromoAssinatura SHA1: 21:2C:97:25:52:8D:70:BF:93:53:99:FC:75:A6:04:87:B3:CB:6C:D3Programador (CN): Eric TondreauOrganização (O): Curious LearningLocalização (L): CambridgePaís (C): USEstado/Cidade (ST): MA

Última Versão de Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

103Trust Icon Versions
10/10/2020
1 transferências34.5 MB Tamanho
Descarregar
appcoins-gift
Jogos BónusGanha ainda mais recompensas!
mais